Yeroo ammaa addunyaarratti miidiyaaleen hawaasummaa jiruufi jireenya dhala namaarratti dhiibbaa guddaa uumaniiru, akkaataa odeeffannoo itti argatanis jijjiiraniiru. Akkaataa addunyaan odeeffannoo itti ...
Jaarraa 21ffaa- jaarraa dijitaalaa (Era of digitalization) jedhamuun beekamu kana keessatti hariiroon hawaasummaa dhala namaa qaamaan wal arguu caalaa karaa interneetiin cimeera. Keessattuu erga ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results